Shororkaa Tigraay keessaa

Rakkoo baqattummaa lammiiwwan Itiyooophiyaa

Wal-waraansi naannoo Tigiraay ka biyya Itiyoophiyaa keessatti namoota hedduu qehee irraa buqqise, gidiraa isaanii kana kan xumuru wanti mul’atu hin jiru. Gabaastuun Sagalee Ameerikaa Heezer Mardook odeessa siyaasa wal-xaxaa fi rakkoo namoomaa dabalaa deeme sana as baasuuf jecha gara godinaa walitti-bu’insichaa kan irra jireessi isaa naannoo kaan irraa adda cite, akkasumas mooraa baqattootaa biyya ollaa sanaa, Sudaan keessa jiruutti imalte.

Hirmaattota

Hojii gulaaluu

Jaakiliin De Filiips
Qoopheessituu To’attuun / Gulaaltuu Viidiyoo
Elizaabeet Aroot
Gulaaltuu/ To’attuu
Yaan Boyeechaat
Qindeessaan Hojii Kaameeraa

Animeeshinii fi Graafiksii

Biraayaan Wiiliyaamson
Animeeshinii
Chin Soo Paark
Graafiksii socho’u
Yaas Mooneem
Gulaalaa oduu digitaalii suraalee

Qopheessitoota

Geerii Baterwoorz
Gorsaa Qopheessaa
Luwis Raamireez
Gorsaa Qopheessaa
Joon Lipmaan
Qopheessaa Ol Aanaa

Sudaan

Yaasir Haroon
Qopheessaan Bobba’insaa
Mohaaneed Bilaal
Kaameeraa lammataa

Itiyoophiyaa

Eliyaas Haiyilemaariyaam
Qopheessaan Bobba’insaa

Afaan Hiiktonni

Yaared Abrahaa
Filimoon Dastaa
Haftoom Kiduu
Romhaa Tesfaayee
Alaayt Temesgeen

Muziqaa

Kibroom Zemmuu
Barreessaa fi Kan hojjete
“Shinhaa Wuleey”
ISAAQ
Kan muuziqaa qindeessee fi muuziqaa taphate
Alexander Biruk
Muuziqaa dabalataa

Galata Addaa

Biraayann Allen
Deepaak Dobhaal
Steeven Feerii
Eemii Kaatz
Yolaandaa Lopeez
Bil Roojers
Saalem Solomoon
Leslii Waashingten